Tuesday, September 24, 2013
Monday, September 23, 2013
A Journalist kidnapped, Threatened, and Beaten by Intelligence and Security Agents in Ethiopia
Posted about 12 hours ago | 0 comment
By Betre Yacob
The Ethiopian journalist Bisrat Woldemichael was kidnapped, threatened, humiliated, and beaten by the Ethiopian intelligence and security agents on 28 August, 2013. He has reported this incident today to journalists.
Bisrat reported that the dreadful incident took place at Gotera, a place in the capital Addis Ababa as he was walking home from work. He said he was victimized for exercising his right to free expression in conjunction with the related right to press freedom.
Bisrat Woldemichael works for a magazine, Ebony, as Editor in Chief, and writes political articles on different Ethiopian private press outlets. He also blogs at www.addismedia.wordpress.com andwww.ethiopiahot.wordpress.com. The journalist is known for his outspoken articles focused on the poor governance and pervasive human right violation, which are turning the oldest East African nation, Ethiopia, into a hall.
Violence against journalists is a common practice in Ethiopia, a country generally regarded as one of the most dangerous places to be a journalist. According to Amnesty International, during the past three years only, over 100 prominent journalists were brutally prosecuted on fabricated charges, and too many others were also subjected to harassment, intimidation, and other violence.
“It was 3:30 AM in the evening, and I was returning home from my workplace. 4 people came to me and said: ‘we need to ask you some questions. Two of them were dressed in black and their faces were almost covered with their caps”, Bisrat said, while narrating his ordeal to journalists.
“I first didn’t understand what was going on. I realized that I was in danger just when one of them put a knife on my stomach”, he noted. “When I saw the knife, I asked them: ‘Who are you? What do you need? But none of them gave me an answer, instead they warned me just to keep walking forward,” he explained.
“I didn’t do anything but followed them, because I was surrounded, and the guy also clearly told me he would stab me with the knife if I tried to challenge them. In addition, one of them had a gun”, Bisrat said.
From there Bisrat was taken to a place far away from the main road. The place he was taken to was quite dark and out of public sight.
“As soon as we reached there they told me they were disappointed at my articles I had recently written, particularly at the one which dealt about the wealth of the late Prime Minister Meles Zenawi ”, Bisrat said.
“They said: ‘Who are you to count the wealth of Meles Zenawi? Who are you to write about his family’s wealth? You have passed the red line!’ ” he explained.
The journalist said that the kidnappers violently interrogated him at length, for almost one hour, and threatened him to stop writing.
“They said: ‘here we are giving you a last warning. If you write any more for any media (or if you keep blogging), the consequence will be worse for you. If you need your life, stop wiring. Remember! It is a last warning’ ”, Bisrat explained.
The journalist said that this was not the end of the drama but the beginning. “They also insulted and humiliated me, and finally began to beat me.
Right after the incident, Bisrat was able to go to a nearby police station, to report the case. But, according to him, having heard the case, the police officers simply gave him an appointment for the coming mooring and let him go. Bisrat said that it took him several days to get the case registered.
“They are Watching Me”
Bisrat said since the day he experienced the violence he has been under surveillance. “Few days ago, I saw them following me behind”, he explained adding “I know they are watching me very closely.”
But, in the face of such grave threats, Bisrat, a journalist who is committed to freedom of speech, has continued doing his job with courage. He continues writing about the political crisis, poor governance, and human right violation worsening in Ethiopia.
“I don’t have a choice. I am a journalist. There is nothing to do except writing what I see, hear, and feel.” Bisrat explained. He again and again made clear that no threats and tortures would make him stop writing
The paper Tigers
Article 19 of the Universal Declaration of Human Rights, guarantees the right to freedom of expression saying that: “Everyone has the right to freedom of opinion and expression; this right includes freedom to hold opinions without interference and to seek, receive and impart information and ideas through any media regardless of frontiers. Likewise, the International Covenant on Civil and Political Rights (ICCPR), which Ethiopia ratified in 1993, and the African Charter on Human and Peoples’ Rights guarantee the right in a very clear way. They even impose formal legal obligations on state parties to insure this fundamental right is protected.
But, sadly, even in the presence of all these legal documents, Enjoyment of press freedom and freedom of expression still continue to be a far cry for Ethiopian journalists and bloggers as they experience violence while doing their job. They are harassed, threatened, humiliated, and arbitrary jailed.
Sunday, September 22, 2013
Ayyaana Irreechaa Baranaa Laalchisee Waamicha Ummata Oromoo Maraaf!
Ayyaanni ummata Oromoo guddichi waggaatti gaaf tokko hawwii ol’aanaadhaan eegamu, Irreechi,
Dilbata dhufu Fulbaana 29, bara 20013 kabajamee oola. Ayyaana ummata Oromoo fageenya adda
addaa irraa waamee walitti fidu kana milkeessuuf sabboontonni Oromoo tattaaffii guddaatti jiran.
Hiree waggaatti gaaf takkittii argamtu tana irratti ummanni Oromoo miliyoonotaan bahee waan
hirmaatuuf, guyyicha guyyaa isaa (Annual Oromo Day) godhatee akka oolu beekamaa dha. Ayyaanni
kun raaw’annaa irreeffannaaf jecha Hora HarSadiitti kan geggeeffamu tahu illee, guyyaan kun
Finfinnee dabalatee magaalaalee fi baadiyyaalee Oromiyaa mara keessatti Guyyaa Oromoo tahee
oola. Ummanni Oromoo ayyaana isaa Irreecha sadarkaa kanatti ol guddifachuu kan danda’e qabsoo
waggoottan dheeraa dabran taasisaa baheeni malee kennaa mootummaa Wayyaaneetiin akka hin
tahinis ifa galaa dha.
Mootummaan Wayyaanee ayyaana Irreechaa waggaa waggaatti kabajamu tarkaanfii doorsisaatiin
gufachiisuu irraa of qusatee hin beeku. Waraanaa fi poolisa isaa keellaa keellaa irratti hiriirsuun
lammiilee Oromoo gara ayyaana kanaa deeman karaatti dhaabee sakatta’uu, saamuu, reebuu,
shamarran irraa huccuu aadaa baasee salphisuu fi tarkaanfiilee abaaramoo adda addaa fudhachuun
beekama. Haa tahuutii ayyaanni kun tarkaanfii gufachiisaa mootummaa kanaa dandamachuudhaan
daranuu waggaa irraa waggaatti hirmaattota kumoota danuu haaraya dabalachaa yoo deemu mul’ata.
Sirni Wayyaanee ayyaana Irreechaa baranaa gufachiisuu fi sagaleen Oromoo guyyaa kanatti
dhagahamee akka hin oolle taasisuuf shira haaraa baasee jira. Finfinnee keessatti hiriira humnoota
siyaasaa biroon waamamu guyyaa Irreechaa kana (Dilbata, Fulbaana 19) irra oolchuu filate. Waggaa
tokko keessatti guyyoonni 365 osoo jiranii ayyaana tokkicha Oromoon waggaatti gaaf tokko eegee
kabajatu kana harkatti fashalsuuf jecha hiriira kana guyyaa eerame kana irra oolchuun beekaatuma
ummata Oromoo irratti diinummaa jabeeffatuu dha.
Gochaa kana duubaan shirri jiru kan biraa, ummataa fi ummata walitti diruu dha. Hiriirri dhaaba
siyaasaa mormituu UDJ jedhamuun guyyaa kanatti waamame, sagalee ummata Oromoo ayyaana
Irreechaa ayyaaneffatee ooluu waliin akka wal rukutu gochuudhaan Oromoo fi Amaara wal irratti
duulchisuuf akeekkatame. Kanaan qabaniis sagaleen Oromoo miliyoonotaan guyyaa kanatti
dhagahamee oolu sagalee faallaa kan biraa (humna siyaasaa Amaaraatiin) akka bacancaree fashalu
taasisuuf hawwame. Guyyaa kanatti gaazexessitoonni biyya alaa ayyaana Irreechaa kan miiliyoonota
hirmaachisu dhiisanii hiriira kumoota muraasa (tarii dhibbootas tahuu danda’a) Finfinnee keessatti
geggeeffamu irratti qofa akka xiyyeeffatan taasisuuf kun godhame. Sagaleen ummata Oromoo
waggaatti gaaf tokkoof illee taatu akka addunyaatti hin dhagahamne danquuf shira kana shirani.
Ummata Oromoof waggaatti gaaf tokkittiif illee carraa addunyaatti dhagahamuu kana waakkachuu
caalaa diinummaan dhugaa hin jirtu. Kun hundi sodaa ummata Oromoo irraa qaban agarsiisa.
Ummanni Oromoo akka humnoota mormituu birootti karaa nagaadhaan hiriira bahee sagalee siyaasaa
isaa dhageessifachuu ummata waakkamtamee dha. Waggoota digdamii lamaan dabran keessatti
humnoonni mormituu biroon hiriirota kudhanootaan lakkaawaman biyyattii tana keessatti yoo
geggeeffatan Oromoon garuu eega ABOn Mootummaa Cehumsaa keessaa dhiibamee bahee booda
carraa akkasii guyyaa takkaaf illee wayta itti argate hin qabu. Lakkoofsa ummataatiin ammoo hunda
caalaa wayyabni isuma. Ummanni kun mirga karaa siyaasaa waakkatame karaa sirna aadaa isaatiin
falmachuuf waggaatti gaaf takkittii taatu illee miliyoonotaan bahuudhaan laalaa jiruu hacuuccaa kana
fakkaatu ayyaana Irreechaa irratti ibsatee oola. Ayyaana Irreechaa baranaa gufachiisuuf shira mootummaan xaxe kana lammiileen Oromoo
fashalsanii guyyicha guyyaa isaanii godhatanii ooluu irratti ammuma irraa of qopheessuu qabani.
Sabboontonni Oromoo ayyaana kana qopheessuu keessatti qooda qaban yaalii diinni ayyaana waggaa
Oromoo kana irratti gaaddidduu uumuuf taasisaa jiru of irraa ciranii sagalee Oromoo guyyaa kanatti
caalaa dhageessisuuf tarkaanfiilee jajjaboo fudhachuutu irraa eegama. Tarkaanfiilee kana keessaa inni
guddaan tokko, gaazexessitoota lammii alaa kan miidiyaalee gurguddoo alaaf hojjetan, fakkeenyaaf
kan akka BBC, CNN, Al Jazeera, VOA, Douche Welle, CCTV, Blumberg fi kan kana fakkaataniif
dursanii xalayaa afeerraa erguudhaan akka guyyaa san bakka seena-qabeessa kanatti argamanii
gabaasan taasisuu dha. Gaazexessitoota makiinaa dhunfaa hin qabneef geejjiba isaaniif barbaachisu
irratti abbootiin qabeenyaa Oromoo qooda gama isaanii akka gumaachan gochuutu danda’ama.
Kana malees waa’ee ayyaanichaa irratti hayyoota Oromoo bilchinna siyaasaa gahaa qabanii fi akka
gaariitti waan barbaadamu ibsuu danda’an dursanii filuudhaan akka isaan waa’ee seenaa, aadaa fi
amantii ummata Oromoo, akkasumas, gadi qabaa siyaasaa sabichi jala jiru addunyaatti himanitti haala
aanjessuu dha. Beektota Oromoo dandeettii afaan Inglizii qaban dursanii qopheessuudhaan akka waan
hayyonni aadaa Oromoo dubbatan hoggasuma Ingliffatti hiikanii geezexessitoota gargaaran taasisuu
dha. Gaazexessitoota biyya alaa kudhan yoo afeerre kana keessaa lama illee Hora HarSadeetti
argamanii yoo gabaasan waan salphaa hin tahu. Bara eger ammoo lakkoofsi kun akka kana caalaa
guddataa deemu irratti hojjechuu dha. Sagalee Oromoo kan diinni biyya keessaa ukkaamsuu barbaadu
ukkaamsaa keessaa baasee wanni addunyaatti dhageessisu tarkaanfiilee akkasii kana.
Ayyaana Oromoo diinni bacancarsuu barbaadu kana xiiqeffannoodhaan caalaatti miidhagsanii
ayyaaneffatanii ooluuf Oromoon marti dhiiraa dhalaa, xiqqaa guddaa, Muslima Kiristaana, Bahaa
Dhiha, Kaabaa Kibba… osoo hin jenne Oromummaa isaatiin jigee bahee sagalee isaa akka
dhageessifatee oolu waamicha seena qabeessa dabarsina. Ayyaana kana irratti magraa fi ilillii baatanii
irreeffatanii galuu qofa osoo hin taane dhaadannoolee sagalee fincila diddaa gabrummaa calaqqisan
waloodhaan dhageessisuunis akkaan barbaachisaa dha. Hireen Oromoon qabu waggaatti guyyittii
takkittii tana hanga taatetti hunduu tokkummaadhaan irratti argamuutu irraa eegama. Sagaleen
tokkummaa kunis akka itti kaameeraa gaazexessitoota alaa keessa seenu irratti jabaatanii hojjechuu
feesisa.
Gara fuula diraatti ayyaanni Irreechaa handhuura Oromiyaa Finfinnee keessatti Hora Finfinnee
(Finfinne Spring Water [Fil-Wuhaa]) irratti ummata miliyoonota hirmaachisee waggaa waggaatti
akka kabajamu taasisuuf , akkasumas, Irreechi ayyaanota ummataa (public holydays) biyyattii
keessatti galmaawee lakkaawwii guyyaa (calendar) keessatti toora qabatee akka beekamu taasisuuf
qabsoon asuma irraa jabaatee akka itti fufuu qabu dhaamna.
Injifannoo Ummata Oromoof!
Fulbaana bara 2013

Saturday, September 21, 2013
CONFERENCE ON HUMAN RIGHTS SITUATION IN ETHIOPIA
To all Oromos and Friends of Oromo!
A Human Rights Advocacy Group, composed of oppressed peoples have organized a Conference on the current state of human rights situation in the worst hit regions in Ethiopia (Oromia, Ogaden, Somali, Sidama Shakacho, Anyuak and Benishangul states).
Coordinated and sustainable effort is needed to make an end to repression and bring perpetrarors to justice.
Please come and take part in this important work.
Date: 28 September 2013
Time: 14:00 – 21:30
Venue: West Training Unit, 16 Merrick Rd, Southall, UB2 4AU, London.
Time: 14:00 – 21:30
Venue: West Training Unit, 16 Merrick Rd, Southall, UB2 4AU, London.
Friday, September 20, 2013
Haawaasni Oromoo naannoo Phoenix Ing.Tasfaahun Camadaa fi Oromoota Koofaleetti ajjeefamaniif siirna dungo ibsu gaggeessan
Fulbaana 19, 2013
Ummatni Oromoo nannoo Phoenix jiraatan walitti dhufudhaan goota oromoo yeroo dhihoo mana hidhaa wayyaanee keessatti haala sukkanneessaa ta’een du’aan adunyaa kana irraa booqoote Ing.Tasfaahun Camadaa fi akkasumas Oromoota jumlaan Koofaleetti guyyaa saafaa rasaasa wayyaaneedhaan ajjeefaman yaadachuuf qophi gaafa 09/15/13 qophaahee irratti argamuun gadda isaani ibsatan.
Qophi kana irratti senaan goota oromoo Engineer Tasfaahun Chamadaa Engineer Musa Dawudiin dubbifamee jiira. Qabsoo baratoota Oromoo keessatti guubachuun boosana bale seenaa fi bakka guuddaa qabaachuun kan ibsame yeroo ta’u Eerga addi bilisummaa Oromoo Motuummaa ce’umsaa lakkisee baheen booda qabsoon baratootni Oromoo goodhan faffaca’u irraan kan ka’ee barruulee ebbiifamtoota oromoo maxxansu irratti daangeeffame ture. Motummaan wayyaane kan saamu saamee, kan gurguuratu gurguuratee, ka haafee ammo balleessuu imaammata siyaasa isaa goodhachuun yeroo boosana baaleetti abidda qabsise barattoota oromoo university finfinnee qindeessuudhaan ibida kana dhaamsu irratti akka boobbaafaman goochu keessatti barattoota gahe guddaa xabatan keessa gootichi oromoo Eng. Tesfahun isa jalqabaa ta’uun ibsameera. Barattoonni abiidda kana dhaamsuuf bobbaafaman carraa guuddaa argatan kanatti fayyadamudhaan bosana keessatti ijaaramani akka dallaatti debi’ani goochu keessatti gaheen Eng. Tasfaahuun Chamadaa bara baraan kan seenaa qabsoo barattoota Oromoo keessatti yaadatamaa hafudha.Bara 2000 booda barattoonni oromoo doorsisa, hidhaa fi ajjeechaaf osoo hin jiilbeeffatiin haala daran qindaaheen gaaffi mirgaa fi gaaffi abbaa biyyuummaa daddabalani kaasuun bu’aa goota oromoo Eng. Tasfahun Camadaa fi barattoota yeroo sanatti koree giddu (central committee) keessa turan ta’u seenaatu ragaa baha.
Barattoonni Oromoo yeroo eebbifamani hoojjaa irratti bobbaafaman haala hojii irraan kan ka’een network yokaan walqunnamtiin isaan barattoota dallaatti haafan dukaa qaban laafaa ta’uun rakkoo qabsoo barattootaa keessaa isa guuddaa ta’uun kan ibsame yeroo ta’u Gootni Oromoo Eng. Tasfaahun Chamadaa kanaanillee kan hin daangeeffamnee fi erga eebbiifame hoojjaa irratti boobba’een boodas commitment ykn of-keennuummaa isaa dachaa dachaatti dabaluun nama qabsoo dukaa hafee fi barattoota birofiillee fakki guddaa kan ta’uu danda’u akka ture ibsameera. Mootummaan wayyaane tuffi ummata keenyaaf qabu irraan kan ka’ee barattoota Oromoo toorcharaan gugguubee mirga yaalamu illee dhoorkuun haala suukkanneessaan akka lubbuun keessaa yaatu goochun kan jalqabaa akka hin taaneef qaroo Oromoo kan akka Alamaayyo Garbaa fi Gaaddiisaa Hirphasaa haaluuma wal fakkaataan mana hidhaa keessatti wareegamuun yadannoo yeroo dhihoo ta’uu wal yaadachisuun Oromoo gumaa gotoowwan isaa baasuudhaan motummaan wayyaanee goochaa qaroo oromoo balleessu irraa akka dhaabbatu yoo hin barsiisne hireen barattootta Oromoo ammallee mana hidhaa keessatti haafani kanaan ala akka hin taane namootni qoophi kana irrati argaman dhaammatani jiiru.
Mootuummaan wayyaane mirga amantaa dhibuun karaa manneen amantaallee qabsoo ummata Oromoo dhukaamsuuf jeecha amantaa haaraa ummatatti fiduun karoora yeroo dheeraa ta’uu kan dhibsee obboo Waqgaariin, ajjeechaan magaala koofaleetti obboolaawwan keenya irratti guyyaa saafaa raawwatame yakka guuddaa ta’uu ibsuun mirgi amanti nuf haa kabajamu jeechudhaan sabootni biroo kan oromoo hin ta’iin illee akka gaafachaa jiirani garu haala nama ajaa’ibsisuun ajjeechaan kan raawwatamaa jiru naannoo Oromoo qoofatti ta’uun ammam dubbichi siyaasa dukaa hidhata akka qabu argisisa jeedhe jiira.
Qophii kana irratti walaloon mata dureen isaa “Maal Dhaammate Gootni” jeedhu Eng. Musaan kan dubbisame yeroo ta’u ummatni sagantaa kanarratti argame ijaaramuun ummata Oromoo balaa dina isaatiin irratti aggaamamaa jiru of irraa qoolachuuf furmaata ta’u ibsuudhaan akkaataatti Hawaasa Oromoo naannoo Phoenix daran jabeessuun danda’amurratti mari bal’aa taasisuun sagantaa isaani milkiin xumurataniru.
Qabsaahaan ni Kuufa Qabsoon itti Fuufa!!!
Phoeinx, AZ 09/15/2013
Wednesday, September 18, 2013
Remembering Oromo Prisoner of Conscious: Taye Danda’a in Prison for being only Oromo
September 17, 2013
Taye Danda’a Araddo was an outstanding student of Law at Addis Ababa University (AAU) and a role model for many students. He had received countless awards from the district-level to Caffee Oromiyyaa for his academic successes. He had been in jail from 2003-2006 due to his political views. Without giving up, after his release, he went back to school and continued his education till his arrest three days before his graduation in 2009. He has been a star student, and he had been hired by AAU as a professor before his latest arrest by Ethiopian government authorities. Taye is in prison since 2009.
Background
HRLHA Press Release No. 18, Aug 2009
According to documents obtained by the Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) from its informants in Addis Ababa, another wave of arrests and imprisonments targeting prominent Oromo intellectuals, students and businessmen is going on in different parts of the State of Oromia, including its capital Addis Ababa. The arbitrary arrests and detentions, which are mainly being carried out by security agents deployed in civilian clothing, started following an updated allegation that the local residents harbor and/or support the opposition armed group – the Oromo Liberation Front (OLF).
With this most recent wave of arrests, dozens of Oromo nationals have already been taken into custody. This includes:
1. Taye Danda’a Araddo, fifth year (prospective graduate) student of Law at the Addis Ababa University,
2. Bayisa Dhaba Lata, employee of Dukam Municipality, southern periphery of the capital, Addis Ababa and,
3. Muse Ali, government employee.
Taye Danda’a Araddo, who was an outstanding student of Law, was only three days away from his graduation when he was arrested; and he had been offered a teaching position at the same university.
Article 17, No. 2 of the Constitution of the Federal Democratic Republic of Ethiopia states that “no person may be subjected to arbitrary arrest, and no person may be detained without a charge or conviction against him.” However, Taayyee Danda’a Araddo, Bayisa Dhaba Lata and Muse Ali were detained on July 23, 2009 without any court warrant. Taye was picked up from in front of the Addis Ababa University (Main Campus) by security agents in civilian clothing.
The report also indicates that Taye has been an active participant in the Union of Oromo Students at the University. This year in particular, he was one of the organizers of this academic year’s graduation ceremony and coordinator of graduation bulletin of Oromo students, which was said to have been banned from publication. While studying at the University, Taye was also serving as the senior supervisor of the Afan Oromo Club at the University. The report obtained by HRLHA also states that this was not the first time for Taye Araddo to be imprisoned extra-judicially. He spent three years without verdict from 2004 to 2006, although he was eventually acquitted.
Taye Danda’a, Bayisa Dhaba Lata and Muse Ali are currently being held incommunicado at the Maikelawi Office of Central Criminal Investigation in Addis Ababa. Family members, friends and lawyers of the detainees have been denied visits.
HRLHA is highly concerned that due processes are very unlikely in such situations, and that the safety situation of Mr. Taye and other detainees is not known. HRLHA fears that the detainees might be tortured.
BACKGROUND INFORMATION
In the past seventeen or so years, thousands of Oromos have been abducted, detained, and many of them disappeared and were tortured, on suspicions of having links with the Oromo Liberation Front/OLF. The OLF has been fighting the Ethiopian government in eastern, southern and western Oromia region and other areas since 1973. HRLHA believes that all the detainees held on these grounds have been innocent people minding their own daily lives and who have not been involved in or advocated violence.
HRLHA is highly concerned about the safety of the local residents, in general, and of those who have already been taken into custody. It believes that this action of the Ethiopian Government is in violation of fundamental political and cultural rights, which are enshrined in the Ethiopian Constitution. It also believes that such extrajudicial harassment and intimidation would worsen the humanitarian crisis that has continued to hit the country.
HRLHA calls upon governments of the West, all local, regional and international human rights agencies to join hands and demand the immediate stop of this mass arrests and imprisonments of innocent Oromo civilians and the release all political prisoners.
The Human Rights League of the Horn of Africa/HRLHA is a non-political organization which attempts to challenge abuses of human rights of the peoples of various nations and nationalities in the Horn of Africa. HRLHA is aimed at defending fundamental human rights including freedoms of thought, expression, movement and organization. It is also aimed at raising the awareness of individuals about their own basic human rights and that of others. It has intended to work on the observances as well as due processes of law. It promotes the growth and development of free and vigorous civil societies.
Monday, September 16, 2013
Oromo youth association in Norway held succeesful protest against Ethiopian dictator regime
Oromo Youth Association of Norway Condemns the Murdering of Eng. Tasfaahuun Camadaa, the Massacre in Kofalee and the Ethnic Cleansing Conflict in Anniyyaa, Oromia
September 16, 2013 at 10:46 am · Gadaa.com
The following is a statement from the Oromo Youth Association of Norway. The Association coordinated the Oromo peaceful rally held in Oslo, Norway, on September 14, 2013, to condemn the human rights violations in Oromia, especially, the murdering of Eng. Tasfaahuun Camadaa in the Abyssinian/Ethiopian prison of Qaallittii, the massacre in Kofalee, and the ethnic cleansing in Anniyyaa, Oromia.
————————————-
Statement …
On September 14, 2013, the Oromo Youth in Norway protested against human rights violations and brutal killings by the dictatorial Ethiopian government. The main objective of the demonstration was to condemn the human rights violations in Ethiopia and the ethnic based abuses, as a result of which many Oromos are being arrested, tortured, killed, and thousands are disappearing. The trend of repression is increasing alarmingly and a huge number of Oromos have been jailed, tortured and exposed to inhuman conditions under fabricated charges. The TPLF/EPRDF leadership has a standing policy of protracted attacks against the Oromo people irrespective of age, sex, profession and occupation. To criminalize Oromo, being only Oromo is enough in Ethiopia.

Among the recent victims is Engineer Tesfahun Chemeda who died in Kaliti prison, the massacred Muslim Oromos in Kofale and the genocide against Oromos in Anniyyaa, Oromia.
According to Amnesty International, the Ethiopian regime stifled freedom of expression, severely restricting the activities of the independent media, political opposition parties and human rights organizations. Dissent was not tolerated in any sphere. The authorities imprisoned actual and perceived opponents of the government. Peaceful protests were suppressed. Arbitrary arrests and detention were common, and torture and other ill-treatment in detention centers were rife. Forced evictions were reported on a vast scale around the country.
Despite all these human rights violations, the Ethiopian government is getting huge amount of funds from Norwegian government, World Bank, European Union and the USA.
Meanwhile, the Oromo people are still dying to be heard regardless of the political and all sided suppression by the Ethiopian regime.
Therefore, we appeal to the Norwegian government, EU, USA and the international community:
• To stop funding the dictatorial Ethiopian government which uses the funds for suppressing, killing and torturing of the voiceless innocent Oromo people;• To seek justice for Engineer Tesfahun Chemeda, who died in the Kaliti prison due to torture and ill-treatment by the Ethiopian government;• To seek justice for all Oromo political prisoners, including the 21 Oromo students from different universities – who were sentenced to many years in prison under the so-called terrorism law by the TPLF kangaroo court;• To seek justice for the twenty seven innocent Muslims, including 5 children, who were massacred in Kofalee, Arsi region of Oromia, by the Ethiopian government;• Enforce the TPLF led Ethiopian government to stop the land grabbing and forced displacement in Oromia;• Enforce the Ethiopian government to stop genocide and ethnic cleansing in Anniyyaa, Oromia;• To support the Oromo and other victimized communities in Ethiopia to overcome injustice and help them to live in freedom, peace, and democracy, and achieve stability in the region.
Candlelight vigil was also held for Enginner Tesfahun Camada and victims of the Kofalee massacre.
Finally, all participants called upon all Oromo to come together, regardless of their religions and regions, to stand up together, hold hand in hand, and step the Oromo struggle forward.
Coordinators:
Oromo Youth Association Committee in Norway
- Email oromofirst.oromiya@gmail.com
- Facebook oromofirst@facebook.com
Oromo Youth Association Committee in Norway
- Email oromofirst.oromiya@gmail.com
- Facebook oromofirst@facebook.com
Thursday, September 12, 2013
JABAADHAA QEERROO
Barruuleen Warraaqsaa fi dhaadannoo Magaalota Oromiyaa Garaagaraa fi Finfinnee Keessatti Maxxanfaman.
Fulbaana 12,2013 Finfinnee
Sochii Dargaggoota Biyyoolessaa Kan Diimokiraasii fi Bilisummaa(Qeerroo)
Akkuma beekamu yeroo ammaa Wayyaaneen barri bittaa isheetii waan xumuramuu jala gaheef ilmaan Oromoo yakka tokko malee gaafatama seeraa jala kan jiranis ajjeesuudhaan qabeenyaa uummata Oromoo saamuu; hidhaa garmalee ariyatamuu manneen barnootaa irraa addumatti ilmaan Oromoo irratti akka raawwataa jirtu beekamaa fi ifa kan taheedha. Haalli gocha wayyaanee kanaa biyya keessatti yeroo ilaalamu guyyuudhaan kan dabalaa deemuudha miidhaan Oromoo irra gahaa jiru kuni. Sababa kanaan wal qabatee kakaumsa uummata oromoo fi barattoota akkasuma bara mootummaa wayyaanee kanatti xumura itti gochuuf Qeerroon Bilisummaa waraqaalee adda addaa dhaadannoo fi kkf magaalaa Finfinnee Yuuniversitii,koollejjii,manneen barnootaa fi dhaabbata adda addaatti maxxansaa tureera,akkasuma waamichi qabsoo godhamaa tureera, magaalaa Finfinnee qofa keessatti osoo hin taanee godinaalee addaa naannawwaa Finfinneettis kan raabsamee fi maxxanfamaa tureedha.
Kunis mootummaa Wayyaanee kan yaaddeesse tahuudhaan hidhamuun uummataa jabaatee kan itti fufaa jiruudha. Kun ammallee Qeerroo Bilisummaa boodatti kan hin jechisiisne itti fufuudhaan waraqaaleen hanga gandaatti, mana barumsaatti,hawaasa Oromoo gidduutti jijjiiramni tokko akka tahuuf ergamee akka maxxanfamu dhaamsa dabarfamee jira,sochiin gama hundaan jiru qabsoo jabeessee kan itti fufsiisaa jiruudha. Waraabbiin kan nun geenye godinaalee adda addaa kanneen akka Qellem,Shawwaa Bahaa,Harargee keessattis waraqoonni hedduun maxxanfamanii akka jiran gabaasaan nu gahaa jira. Waraabbiwwan jiran wal duraa duubaan gara fuula duraatti ni maxxansina. kanaa gaditti kan argamuudha.

Subscribe to:
Posts (Atom)